Jump to content

article

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Cibra

[gulaali]

maqaa yookaan cibra

  1. mi'a, meeshaa
  2. barreeffama dhimma tokko irratti xiyyeeffatu (kan gaazexaa fi kkf)
  3. keewwata (kan seeraa)
  4. qartoo/qartuu (seerluga) ===Cibra===

maqaa yookaan cibra

  1. (Seenaa) * keeyyta, kutaa kutaadhaan qoodama heeraa ykn chaarterii barreeffama xixiqqoo gaazexaa fi barrulee irratti maxanfaman
  2. (Seer-luuga) * barreeffama dheeraa, akaakuu barreeffamaa seenaa, barreeffama ibsaa kanneen akka gabaasa taateewwanii yookiin barreeffama yaada dhuunfaa ibsu ta'ee kan galaalchota akkasumas barruulee keessatti argamudha
  3. (Seera) * keewwata, kitaabilee ykn barreeffamoota dhimma seeraa keessatti bakka tumaan tokko adda bahee itti ibsamu ykn barreeffamu

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'